• Wed. Jun 10th, 2026

Weellisaa Jaal Seenaa Taaddasaa fi Weellisaa Jaal Jooraa Galaa Joobiraa, keessummoota Qophii Sagalee Bosonaa ONM-ABO Sanbata borii, Fulbaana 23, 2023 ti

Sep 22, 2023

Weellisaa Jaal Seenaa Taaddasaa fi Weellisaa Jaal Jooraa Galaa Joobiraa, keessummoota Qophii Sagalee Bosonaa ONM-ABO Sanbata borii, Fulbaana 23, 2023 ti.

Qophiin kun karaa page FB Arraata ONM, Telegraam Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Rumble ONM fi karaa TV 📺 ONM waaree booda sa’a 11:00 PM akka yeroo Finfinneetti dhiyaata.

Horaa bulaa deebanaa, Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading