Godina Jimmaa magaalaa Jimmaa keessatti Wal-gayii qondaaltotni bilxiginnaa fi biiroon barnootaa ta’aa jiraniin yaada barnootni afaan Oromoo kutaa 11ffaa fi 12ffaatti baratamu hafuu qaba jedhu irratti mariyatamaa jiraachuun himame
ONM-ABO Fulbaana 29, 2023 Karoora bilxiginnaan yeroo aangootti dhufee kaasee afaanii fi aadaa Oromoo dhabamsiisuuf baafate suutaan hojiitti hiikaa kan…
