Saamichi nurratti jabaatee jira jedhu jiraattotni godina Buunnoo Beddellee aanaa Cawwaaqaa
ONM-ABO Fulbaana 30, 2023 Gareen saamichaaf wal ijaare bilxiginnaan Oromiyaa guutuu keessatti labsii saamichaa fi ajjeechaa jabeessaa Kan jiruu fi…
Godina Baalee Lixaa magaalaa Roobee keessatti giddu gala gabaa guddaa tokko dabalatee dukkaanonni daldalaa hedduun maqaa gibiraatiin guutummatti cufamanii jiraachuu maddeen himan
ONM-ABO Fulbaana 30, 2023 Magaalota Oromiyaa cufa keessatti gatiin mi’oota bittaa fi gurgurtaaf dhiyaatanii akka malee dabaluun walqabatee namoonni hojii…
Godina Harargee lixaa aanaa Shanan Dhuuggoo keessatti kaadirootni PP ooyiruu hawaasaa irraa midhaan buqqisaa turuun dhaga’aame
ONM-ABO Fulbaana 30, 2023 Akkuma Oromoon Alaa gaala manaa baala jedhee mammaaku sana kan ta’e gochi bilxiginnaa miidiyaa gubbaatti ba’anii…
Murni bilxiginnaa ayyaana Irreechaa ilaachisuun dargaggoota hedduu qabanii hidhuuf maree dhoksaa ta’anii jiraachuu iccitiin keessoo isaaniitii ba’e addeesse
ONM-ABO Fulbaana 30, 2023 Irreechi bakka itti Oromoon Oromiyaa keessa jiruu fi addunyaa kana irra jiran hedduun itti walga’anii waaqa…
Qeerroon Bilisummaa Oromoo Kaayyoodhaaf Masakama; Kaayyoo Jalattis Hiriira! – Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Fulb. 29/2021(Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo) Sabni Oromoo Impaayera Xoophiyaa kan sirna qeenxee fi ol’aantummaa saba tokkootiin dhuunfatamte ofirraa cabsee, biyya…
Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaalee hedduu keessatti hidhattootni garee maafi’aa PP Sakatttaa waraana bilisummaa Oromootiif uummata dirqamaan bobbaasaa jiraachuun himame
ONM-ABO Fulbaana 30, 2023 Murni bilxiginnaa yeroo hedduu Waraana Bilisummaa Oromoo balleessine, biyyoota ollaatti baqatan akkasumas sadarkaa biyyaaf yaaddoo ta’an…
Godina Arsii lixaa aanaa Gadab Asaasaa keessatti uummata Oromoo fi Saba Amaaraa walitti buusuuf kaadirootni PP Shira dalagaa jiraachuun saaxilame
ONM-ABO Fulbaana 30, 2023 Gochoonni murni bilxiginnaa yeroo rakkoon siyaasaa harkatti Wal xaxxetti sabaaf sablammoota Oromiyaa keessa jiraatanii fi ollaa…