• Wed. Nov 25th, 2026

Tumsa ABO-WBO Sagantaa Edila Addunyaa Onkololessa 14, 2023

Oct 14, 2023

Sagantaa keenya harraa keessatti ijaarsa ABO-WBO damee biyya hambaatiin tumsa ABO-WBOf sagantaa qophaa’e irratti Jaal Urjii Dhaabaa fi Haadha Qabsoo (Zubeeydaa) waliin sagantaa suduudaa qabna. Haala qabsoon Oromoo irra jiru irrattis ni mariyanna. Turtiin keessan nu waliin haa tahu. Tumsa kana hirmaachuuf Onkoloolessa 14, 2023 Sa’a 6AM Pacific | Sa’a 9AM DC | 2PM London | 3PM Oslo | 3PM Stockholm | 4PM Finfinnee irrattin kara asii gadiin seenaa:

https://us02web.zoom.us/j/84652590034?pwd=Y1lBSzZSNUwvVG1xMUowbmh2YlNodz09

Oromia #Oromo #Finfinne #WBO #ABOWBO #JaalMarroo

Leave a Reply