Aanaalee godina kibba lixa Shaggar keessaa dargaggootni hedduun maqaa seelii Waraana Bilisummaa Oromoo qabdu jedhuun sassaabamanii magaalaa Walisoo keessatti yeroo dheeraaf hidhamanii dararamaa jiraachuun beekame
ONM-ABO Onkoloolessa 3, 2023 Oromiyaa keessatti namoota nagaa maqaa siyaasaan yakkamanii hidhaman manni murtii yakka isaanii qoratee bilisaan gadi dhiisus…
