• Sun. Apr 26th, 2026

WBOn waraana faashistii PP irratti Kaaba Shaggar Sulaltaa keessatti tarkaanfii fudhate

Nov 3, 2023

ONM-ABO Sadaasa 3, 2023 

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo guyyaa har’a Sadaasa 3, 2023 godina Kaaba Shaggar Suluulta iddoo adda Galeeyyii mana Abbichu jedhamu biratti  humni furgaatuu paatroolii waraana feetee figdu irratti haleellaa jabaa tasiiseen kumaander Baacaa Girmaa dabalatee loltoota 10 battalumatti yeroo irraa ajjeesu 4 madoo jaban adaabee jira.

Gama meeshaatiin PKM 1 fi kilaashi 10 dugda diinarra hiikuun dantaa qabsoo bilisumma Oromootif guumaachee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading