• Tue. Nov 24th, 2026

Jaal Bookaa Galaanaa fi Jaal Calanqoon,Keessummoota Qophii Sagalee Bosonaa ONM-ABO Sadaasa 11, 2023 ti

Nov 10, 2023

Jaal Bookaa Galaanaa fi Jaal Calanqoon,
Keessummoota Qophii Sagalee Bosonaa ONM-ABO Sadaasa 11, 2023 ti.

Qophiin kun akka sa’a Finfinneetti waaree booda sa’a 11:00 PM irratti, karaa Rumble ONM, Telegram Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, TV 📺 ONM fi karaa page fb Arraata ONM isaniif dhiyaataa, nu eeggadha!

Horaa bulaa deebanaa, Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply