• Tue. Nov 24th, 2026

Deggersi namoomaa karaa dhaabbata miti mootummaa damee UN aanota Lixa Wallaggaaf kennamu itti fufe

Nov 26, 2023

ONM-ABO Sadaasa 26, 2027

Konkolaattoota deggersa namoomaatiif guyyaa borii Lixa Wallaggaa ona Qondaalaa, Begii fi Qellem Wallaggaa Gidaamiitti imalan.

Lakk. Gabatee kan  armaan gadiiti.

UN 0033
UN 2189
UN 2859
UN 2861
UN 0600 ta’uun barameera.

Leave a Reply