ONM-ABO Muddee 13, 2023
Humni Saffisaa Deggersa Sudaan (RSF) gareen isaanii ”mirga uummata Sudaan hundaaf falmuu itti fufa” jechuun ibsa guyyaa mirga namoomaa idil addunyaa irratti baaseen ”qajeeltowwan mirga namoomaa” irratti kutannoo qabaachuu isaa irra deebi’ee mirkaneessuu The Sudan Times gabaase.

