ONM-ABO Muddee 15 ,20233
Waraanni faashistii PP godina Qellem Wallaggaa aanaa ganda Yaadannoo yookiin Yattii jedhamu irraa dargaggoo Ibsaa qawwee si bira jira jechuun badii isaa malee reebicha akka malee irratti raawwachuun qaamni isaa ciccitee jira.



