ONM-ABO Muddee 26,2023
Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo lola Lixa Shaggar aanaa Abuunaa Gindabarat ganda Gitiree keessa diina harcaasaa jiruun humni PP dabalataan aanaa Gindabarat irraa itti imalaa turte gara ganda Horootti osoo hin ce’in adabee of duuba deebisee jira.
