• Thu. Nov 26th, 2026

Birgeedonni WBO Obomboleettii, Aduu Saafaa fi Murtii Guutoo Lixa Shaggar aanaa Midaaqanyi magaalaa aanaa magaalaa baallammii dhuunfataniiru

Jan 3, 2024

ONM-ABO Amajjii 3, 2024

Tarkaanfii diina magaalattii keessaa qulqulleessuu irra jiru.

Guutuu gabaasa kanaaf walitti deebina.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply