ONM-ABO 4, 2024
Bulchiinsa magaalaa Dambii Doolloo keessatti sochiin kamuu dhaabbatee magaalaan cal’isee jira.
Waraanni PP konkolaachistoota humnaan qabuun akka isaan buufata konkolaataa irraa ba’an taasisuuf yaalii gochaa jiru.
Namni kamuu cufaan cufaa ta’uu hubachuu qaba.
Diddaan itti haa fufu.
Injifannoon Uummata Oromoof!
