ONM-ABO Amajjii 4, 2023
#Diddaa
Lixaa Shaggar aanaa Ada’aa Bargaa, Meettaa Walqixxee, Meettaa Roobii fi Aanaa Jalduu sochiin homtuu mul’achaa hin jiru. Magaalaa Holotaa illee dabalatee uggurri hojiirra ooleera.
Kaaba Shaggar keessatti bakkoota hedduun cufaa dha.


