• Wed. Nov 25th, 2026

Konyaa Boorana Bahaa irraa – Daandiin godina Boorana Bahaa irraa gara godina Booranaatti deemu har’a ugguramee sochii tokko malee ooleera

Jan 4, 2024

ONM-ABO Amajjii 3, 2024

Daandiin godina Boorana Bahaa irraa gara godina Booranaatti deemu har’a ugguramee sochii tokko malee ooleera. Akkasumas godina Boorana Bahaa magaalaa Nageellee Booranaa irraa gara magaalaa Hawaasaa kan deemu daandii cirracha gurraacha guddichaa irraa sochiin kamiyyuu galgala kana sa’a 11:00 irraa eegalee dhaabbateera.

Diddaan itti fufa!

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply