ONM-ABO Amajjii 4, 2034
Daandiiwwan cufaman:
1. Najjoo
2. Mana Sibuu
3. Qilxu Kaarraa
4. Biilaa hanga Maqa Najjootti
Daandii Asoosaa geessu
Baabboo Gambeelitti dabarsu cufameera. Yeroo ammaatti sochiin dhaabbachuun ergamtootni Abiy Ahimed waraanni bilxiginnaa bakkoota kana keessa luffisaa jirti.
Diddaa Uummataa Bilisummaa Dhugaaf !
Injifannoon Uummata Oromoof!


