ONM-ABO Amajjii 3, 2024
Uggurri daandii labsame yeroo ammaa kana haala bareedaa ta’een magaalaa Wallisoo keessatti konkolaataan bakkoota adda addaa irraa dhufe akka dhaabbatu taasifamuun hojii jalqabeera.
Uuummanni magaalichaas diddaan sirna bilxiginnaa irratti geggeeffamu jabaachuu qaba jecdhuun magaalicha keessaa dubbachaa jira.
Diraamaan murni bilxiginnaa nagaatu jira jechuun kaabinoota godinaa godinatti akkasumas dhaabbilee miti mootummaa keessatti hirmaachisuun daawwannaaf qophaa’aa jiru harkaa fashalaa’uu odeessi Qeerroo Bilisummaa Oromoo magaalaa Wallisoo irra arganne ni addeessa.
Injifannoon Uummata Oromoof!
