• Tue. Apr 28th, 2026

DhangaaTorbanii – Dhiibbaa walii-galtee Somaalii land fi mootummaa Itiyoophiyaa Jaal Qajeelaa Siraaj, Jaal Jamaal Miidhagaa fi Profeser Mohammad Xahiroo

Jan 5, 2024

🚨 Oromo Space Alert

Date: Friday, January 5th, 2024. 12:00 PM EST 2:00 PM Oromia time

Topic:

Dhiibbaa walii-galtee Somaalii land fi mootummaa Itiyoophiyaa

Yooyyaa,sagantaan dhangaa torbanii harra mata-duree ‘dhiibbaa walii galtee Somaalii land fi mootummaa Xoobbiyaa’ jedhu irratti keessummoota; jaal Qajeelaa Siraaj,jaal Jamaal Miidhagaa fi Profeser Mohammad Xahiroo waliin palatform hundaan marii eegallee jirraa kottaa hirmaadhaa.

Link armaan gadiin hordofaa!

Live on 6 platforms – T u n e I n! X Space, Zoom, TikTok, and Facebook Live. Telegram YouTube

X Space 👇🏾👇🏾

https://x.com/i/spaces/1lDxLPwRgnaxm

Zoom link 👇🏾👇🏾

https://us02web.zoom.us/j/87930577425?pwd=bkU3Y0VpcW4zS2NCd1dzT1ZQSWVNZz09

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading