ONM-ABO Amajjii 5, 2023
Ona Qarsaa, Haramaayaa fi Meettaa daandiin cufamuun sochiin waan dhaabbateef waraanni PP konkolaattota humnaan sochoosaa fi hawaasa dirqiin daandii eegaa jechaa jiraachuun dhaga’ameera.
Diddaan Uummataa itti fufa!