• Wed. Nov 25th, 2026

Diddaa ilaalchisee: Labsii Lagannaa Gabaa fi Uggura Daandii ilaalchisuun waanti jijiiirame akka hin jirre hubattanii labsa guyyaa Kibxataa ba’e Roobii sa’a 12:00 irraa ka’ee hojii irra oole akka hordoftan, akka kabajjanis dhaammanna!

Jan 5, 2024

ONM-ABO Amajjii 5, 2024

#Diddaa ilaalchisee

Labsii Lagannaa Gabaa fi Uggura Daandii ilaalchisuun waanti jijiiirame akka hin jirre hubattanii labsa guyyaa Kibxataa ba’e Roobii sa’a 12:00 irraa ka’ee hojii irra oole akka hordoftan. Akka kabajjanis dhaammanna!

Sochiif bilisni

Konkolaatattota miti mootummaa NGO Ambulaansii qofa dha.

Kana irraa kan hafe doqdoqqee (motorcycle) irraa hanga wal harkisaatti uggurri itti fufee jira.

Hanga koree labse kanaan ka’utti hojii irra oolmaan isaa akka jirutti jira.

Deddeebisaan uummataas dhorkaadha.

Qeerroo Bilisummaa Oromoo irraa

Amajjii 5, 2024, Finfinnee Oromiyaa!

Leave a Reply