ONM-ABO Amajjii 7, 2024
Dargaggootni biyya Soomaaliyaa waliigaltee jalqabaa Itoophiyaa fi Soomaalilaand mallatteessan balaaleffachuun erga dabarfachaa jiru.
Akka suursagaleen deemaa jiru agarsiisutti dargaggoonni kunneen biyya keenya hin gurgurru, biyya keenya hin kenninu, Soomaalilaand biyya keenya jala jirti, warra biyya keenya fudhachuu barbaadan ni lollaa fi warra Oromoo Oromoo jedhu kana qawween ofirra deebisna jechuun yeroo qawwee baatanii dubbatan suursagaleen dargaggoota Soomaaliyaa kun faca’eera.

Yooyyaa , Dhimma waliigalten mootummaa shiftaa pp tiif Somaaliiland Haalli baqattoonnii fi dhalattoonni Oromoo biyya Somaaliyaa jiraniis kan nama yaaddessu ????