ONM-ABO Amajjii 7, 2024
Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti fudhachuu itti fufuun godina Lixa Wallaggaa aanaa Lataa Sibuu keessatti injifannoo boonsaa galmeesse.
Tarkaanfii korommiiwwan lixa biiftuu aanaa Lataa Sibuu mooraa waraana maafi’aa PP magaalaa Warra Jirruu maadheffate irratti fudhatameen humna diinaa du’aa fi madoon adabuun mooraa diinaa barbadeessee jira.
Tarkaanfii qindaa’aa gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo fi humni ittisa uummata ergamtoota Abiy Ahimed irratti fudhataniin loltootni isaanii haleellaa kana irraa hafte mooricha keessaa baqattee ba’uun barameera.
Tarkaanfii WBOn fudhatu jabaatee itti fufa.
Injifannoon Uummata Oromoof!


Yoyyaa Asham…WBO koo hawaruu , WBO hojjii bonsaa lafartii hojjachaa jiraa….Galanii koo bilisummaa hatuu