• Wed. Nov 25th, 2026

Paakistaan fi Iraan walitti dhufeenya dippilomaasii deebisuuf waliigalan

Jan 20, 2024

ONM-ABO Amajjii 20, 2024

Ministirri Dhimma Alaa Jalil Abbaas Jilaanii fi gita isaanii Iraan Hoseen Amirabdollahian bilbilaan haasaaa taasisaniin ambaasaaddaroonni biyyoota lameenii gara hojii isaanii Teeyiraanii fi Islaamaabaaditti akka deebi’an irratti mari’ataniiru.

Hariiroon dippiloomaasii isaanii Kibxata darbe erga Iraan daangaa Paakistaan ce’uun haleellaa raawwattee daa’imman ajjeesteen booda addaan citee ture.
Gabaasa Economy.pk ti.

Leave a Reply