• Tue. Nov 24th, 2026

Diddaa Uummataa Bahaa Oromiyaa magaalaa Ciroo

Jan 29, 2024

ONM-ABO Amajjii 28, 2024

Lagannaan Gabaa fi Uggurri Geejjibaa baha Oromiyaa magaalaa Ciroo hanga Dirree Dhawaatti hojii irraa oolee jira.

Sochiin konkolaataa dhaabbatee jira.

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa waliin turaa!

Leave a Reply