ONM-ABO Amajjii 29, 2024
Komaandipoostiin godina baha Wallaggaa aanaa Jimmaa Arjoo keessatti konkolaatota irraa ganama lakkoofsa gabatee kan hiikan yoo ta’u, waaree booda kana ammoo kottaa fudhadhaatii magaalaadhuma keessa xiqqoo hofaa dhabaa jedhan.
Sababni isaa ammoo akka hojii eegaltan gabaafannee isinis nagaan deebi’aa taa’aa jechuun bilbilaan kadhachaa jiru.
Diddaan itti fufa!
