• Tue. Nov 24th, 2026

Diddaa Uummataa – Ona Boojji Dirmajii

Jan 29, 2024

ONM-ABO Amajjii 29, 2024

Sochii Ugguraa geejjibaa fi gabaatti dabaluun waamicha Qeerroon Bilisummaa Oromoo marsaa kanaa hojjettoota mootummaa fi Barattoota waame irratti barattootaa fi hojjettoota hidhuun itti fufe.
Haaluma kanaan guyyaa har’aa diddaa barattootni magaalaa Biilaa godhaniin Barsiisaa Gammee kan jedhamu qabanii hidhanii jiru.

Hidhuun furmaata miti.

Leave a Reply