• Tue. Nov 24th, 2026

Naqamtetti labsiin ugguraa hojeerra ooleeraDiddaa Uummataa

Jan 29, 2024

ONM-ABO Amajjii 29, 2024

Naqamtetti labsiin ugguraa hojeerra ooleera. Haata’u malee sa’a ammaa kana bilxiginnaan konkolaataa fi bajaajii irraa gabatee yaafachaa jira. Dukkaanaa fi hoteelotas banaa jechuun warra hin jirremmoo saamsaa jiru. Haalli magaalaa naqamtee suuraan kana fakkaata. Jiraataa magaalaa Naqamtee irraa kan nu qaqqabee dha.

Magaalaa Naqamtee keessa konkolaattotni NGO lafa hojii isaanii deemaa jiranii fi kanneen dalagaa hawaasaaf kennuuf bobba’an akka hin tuqamne.

Hawaasni ammoo isaan ilaaltanii sochii keessa akka hin seenne. Isaan uggura jala hin jiran.

Leave a Reply