• Tue. Nov 24th, 2026

Guyyaa 2ffaa #Diddaa Uummataa – Maqii Diddaan itti fufa!

Jan 30, 2024

ONM-ABO Amajjii 30, 2024

Baha Shaggar magaalaa Maqii keessatti Diddaan Uummataa kan itti fufe yoo ta’u, caasaan murna maafi’aa mana irra deemuun konkolaattotaa fi baajaajii hojiitti deebisuuf doorsisaa jira. Baankii dabalatee manneen daldalaas cufaadha.

Diddaan itti fufa!

Leave a Reply