• Tue. Nov 24th, 2026

Diddaa Uummataa – Daandii Guddicha Hasaasaa – Asallaa deemuu irratti Qeerroo Bilisummaa Oromootiin konkoolattotni fe’umsaa lama irratti tarkaafiin fudhatameera

Jan 31, 2024

ONM-ABO Amajjii 31, 2024

Kibba Baha Oromiyaa godina Arsi Bahaa Daandii Guddicha cirracha gurraachaa magaalaa Hasaasaa gara Asallaa deemuu irratti Qeerroo Bilisummaa Oromootiin konkoolattotni fe’umsaa lama irratti tarkaafiin fudhatameera.

Magaalaa Nageellee Sigaaloo fi Sirboo gidduutti akkasumas daandii magaalaa Goolajjaa fi Asallaa gidduutti Qeerroo Bilisummaa Oromoon daandii cufameera.
Konkolaattotni Adaamaa fi Asallaa gidduu deddeebi’aa jirtan akkasumas Baalee magaalaa Roobee keessa hojjechaa jirtan gocha keessan irraa of qusadha jechuun Qeerroon Bilisummaa Oromoo dhaamsa dabarseera.

Diddaan Uummata itti fufa!

Leave a Reply