• Tue. Nov 24th, 2026

Diddaa Uummataa – Finfinnee fi bulchiinsi ishee kokkee qabameera

Jan 31, 2024

ONM-ABO Amajjii 31, 2024

Magaalaa Finfinnee keessatti waraanni faashistii PP manneen namootaa fi namoota magaalaa keessatti sakatta’aa jiru.

Finfinnee fi bulchiinsi ishee kokkee qabameera. Diddaa itt mudduu, dhiyeessii irraa kutuun dirqama qabsooti.

Leave a Reply