• Thu. Nov 26th, 2026

Diddaa Uummataa – Godina Qellem Wallaggaa aanaa Sayyoo magaalaa Dorgommee keessatti qeerroo fi hawaasni Oromoo hiriira ba’uun bilxiginnaa balaaleffachuun deggersa WBOf qaban agarsiisanii jiru

Jan 31, 2024

ONM-ABO Amajjii 31, 2024

Godina Qellem Wallaggaa aanaa Sayyoo magaalaa Dorgommee keessatti qeerroo fi hawaasni Oromoo hiriira ba’uun bilxiginnaa balaaleffachuun deggersa WBOf qaban agarsiisanii jiru.

Hiriira guyyaa kaleessaa geggeeffame kanaan dhaadannooleen hedduun bilxiginnaan nu irraa haa ka’uu fi ajjeechaan haa dhaabbatu dhageessisaa turan.

Leave a Reply