• Sun. Apr 26th, 2026

Gambeela – Dhalataan uummattoota Kibba Lixa Itoophiyaa tokko ganama daabboo mana daldalaa isaaf magaalaa Gambeela irraa bitee baajaajiin fe’ee gara Tarfaamitti deemaa osoo jiruu daandiitti gubbaatti rasaasa kudhan itti dhukaasuun ajjeesan

Jan 31, 2024

ONM-ABO Amajjii 31, 2024

Mootummaa Naannoo Gambeelaa keessatti dhalataan uummattoota Kibba Lixa Itoophiyaa tokko ganama daabboo mana daldalaa isaaf magaalaa Gambeela irraa bitee baajaajiin fe’ee gara Tarfaamitti deemaa osoo jiruu daandiitti gubbaatti rasaasa kudhan itti dhukaasuun ajjeesan.

Namni kun galgala waardiyaa waajjira miti mootummaa ta’uun guyyaa hojii dhuunfaa isaatii hojjetatee jiraachaa akka turetu dubbatama.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading