ONM-ABO Guraandhala 2, 2024
Barattootni Yuuniversiitii Wallaggaa guyyaa 5ffaa barnoota lagachuun labsii waamame hojii irra oolchaa jiru.
Sababa barattootni Diddaa Uummataatti makamaniif doorsisnii fi hidhaa geggeessaa jiru.
Guyyaa kaleessaa Yuuniversiitii Wallaggaa keessatti barataa waggaa 1ffaa Sanyii Taaddasaa jedhamu qabanii harka q duubatti hidhuun fuudhanii deeman.
Barattoota gaafachuu dhaqanis ari’uun lafa inni jiru deemtanii akka hin dubbanne jechuun akeekkachiisan.
