• Thu. Nov 19th, 2026

Mootummaa Naannoo Gambeelaa bakka Eliyaa Masmar jedhamutti qaamni hin beekamne poolisii naannicha Obaang jedhamu rasaasaan rukuchuun barame

Feb 9, 2024

ONM-ABO Guraandhala 8, 2024

Mootummaa Naannoo Gambeelaa bakka Eliyaa Masmar jedhamutti qaamni hin beekamne poolisii naannicha Obaang jedhamu rasaasaan rukuchuun barame.

Sababa kanaanis yeroo ammaa humnootni bilxiginnaa magaalaattii jeeqaa jiru.
Obaang gosa Anyuwaa irraa yoo ta’u, yeroo dhiyoo asi wal dhabdeen gosoota Nuweerii fi Anyuwaa gidduutti deebi’ee mul’achaa jiru lubbuu namoota baay’ee galaafachaa jira

Leave a Reply