ONM-ABO Bitootessa 13, 2024
Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo kaleessa Bitootessa 13 godina baha Shaggar aanaa Fantaallee magaalaa Mataa Haaraatti seenuu tarkaanfii fudhateen tika waraana bilxiginnaa fi poolisii ajjeesuun qawwee AKM tokko hidhannoo guutuun irraa hiikuun dantaa qabsoo bilisummaa Oromoof galii taasisee jira.
Injifannoon Uummata Oromoof!
