• Wed. Nov 25th, 2026

Gujii Lixaa aanaa Galaanaa keessatti kaleessa Bitootessa 13 gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo tarkaanfii boonsaa waraana faashistii PP irratti fudhatee

Mar 14, 2024

ONM-ABO Bitootessa 14, 2024

Gujii Lixaa aanaa Galaanaa keessatti kaleessa Bitootessa 13 gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo tarkaanfii boonsaa waraana faashistii PP irratti fudhateen hedduu ajjeesee hedduu madeessuun qawwee AKM 65 irraa hiikuun galii dantaa qabsoo bilisummaa Oromoof oolchee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply