• Thu. Nov 26th, 2026

Humnootni finxaaleyyii Amaaraa Yuuniversiitii Finfinnee keessatti Faannoon ijaaraman galgala kana waraqaa jibbiinsa Oromoof qabanii fi mirga lafa Oromoo irratti qaban agarsiisu qopheessuun facaasanii jiru

Mar 19, 2024

ONM-ABO Bitootessa 19, 2024

Waraqaan kun barattootni Amaaraa Yuuniversiiticha keessaa qabamanii hidhamanis akka gadhiifaman gaafatanii jiru.

Ijaarsii fi sochiin finxaaleyyootni kun agarsiisan barattoota Oromoof yaaddoo ta’aa jiraachuun Qeerroon Bilisummaa Oromoo Yuuniversiitii Finfinnee ibsaniiru.

Leave a Reply