• Thu. Nov 26th, 2026

Kabajamtoota hordoftoota koo Telegram Arraata Biyyoolessa oromiyaa inni sirriin isa Raayittin erra jiruudha akkasumas #Subscribe Kuma 29.7K qabuudha

Mar 28, 2024

Kabajamtoota hordoftoota koo Telegram Arraata Biyyoolessa oromiyaa inni sirriin isa Raayittin erra jiruudha akkasumas #Subscribe Kuma 29.7K qabuudha kanaan ala kan jiru kan warra burjaajii uumuuf maqaa isaatiin baneeti.

Hub. Hordooftotaa fi deggertoota jaarmiyaa ABO-WBO biyya keessaa akkasummas biyya alaa irraa nu hordooftan maraaf telegram’n Arraata Biyyoolessa Oromiyaa kan haala yeroo jala bu’ee hordofee isin qaqqabsiisu,

https://t.me/onm_AbO11 dha.

Join godha!

Leave a Reply