• Wed. Nov 25th, 2026

Beeksisa: Hordoftoota Radiyoo Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf;Ebla, 2024 irraa eegalee Raadiyoon Arraata Biyyoolessa Oromiyaa dambalii gabaabaa 15425 kHz irratti kan tamsa’u ta’u fi sa’aatiin itti darbus galchuma sa’a 6:00 – 6:30 PM akka ta’e kabajaan isin beeksisaa

Apr 2, 2024

Beeksisa

Hordoftoota Radiyoo Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf;
Ebla, 2024 irraa eegalee Raadiyoon Arraata Biyyoolessa Oromiyaa dambalii gabaabaa 15425 kHz irratti kan tamsa’u ta’u fi sa’aatiin itti darbus galchuma sa’a 6:00 – 6:30 PM akka ta’e kabajaan isin beeksisaa, dambalii fi sa’a armaan olii irratti akka nu hordoftan kabajaan isin hubachiifna.
Injifannoo Ummata Oromoof!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa 
Ebla, 2024

Leave a Reply