ONM-ABO Ebla 7, 2024 Abdii fi wanteen uummata Oromoo WBOn tarkaanfii laalessaa waraana maafi’aa PP irratti fudhatu jabeessee jira.
Haaluma kanaanis korommiiwwan Bahaa Shagaar aanaa Booraa ganda Jirimee Booraa jedhamtu keessatti har’a Ebla 7 ergamtoota PP lafa uummata Oromoo irraa buqqisanii ilmaan nafxanyootaa fi deggertoota paartii bilxiginnaa warreen ta’aniif kennanii konkolataan argamanii qochiisiisaa turan irratti tarkaanfii fudhateen loltoota diinaa bittinneessuun konkolaataa irraa dhuunfatee gubee barbadeessee jira.
Injifannoon Uummata Oromoof!
