ONM-ABO Ebla 11, 2024
Hiriira kanas balaaleffanna sirna PP irratti qaban dhageessisuun haqa Jaal Batteef gaafataniiru. Haa ta’u malee waraanni sirnichaa barattoota kana tamsaaseera.
Oduu ajjeechaa magaalichaan wal qabateen eda galgala magaaluma Maqii ganda 01 keessatti namoota eenyummaan isaanii hin beekamin jiru torba ajjeesanii daandii cinaatti gataniiru.
Odeessa dabalataan walitti deebina!


