• Wed. Nov 25th, 2026

Yunaayitid Isteetis ajjeechaa Battee Urgessaa irratti qorannoon guutuun akka gaggeeffamu waamicha dhiyeessuun Koomishinii Mirga Namoomaa Itoophiyaa fi kanneen birootti makamte

Apr 11, 2024

Yunaayitid Isteetis ajjeechaa Battee Urgessaa irratti qorannoon guutuun akka gaggeeffamu waamicha dhiyeessuun Koomishinii Mirga Namoomaa Itoophiyaa fi kanneen birootti makamte.

Marsaa jeequmsaa cabsuuf haqaa fi itti gaafatamummaan murteessaadha jechuun karaa Biiroo Dhimma Afrikaa ibsiteetti.

Leave a Reply