ONM-ABO Ebla 12, 2024
Tarkaanfii gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo WBOn guyyaa kaleessaa jechuun Ebla 11-2024 aanaa Haaruutti fudhateen dugda diinaa irraa hiikuun gaalii moonaa qabsoo bilisummaa Oromoof taasisee dha.
WBOn haa waaruu
Injifannoon Uummata Oromoof!
