ONM-ABO Ebla 13, 2024
Torbee Gaddaa Ajjeechaa Jaal Battee Urgeessaa fu dhumaatii Oromoota Walloo ilaalchisuun Diddaa Uummataa waamame kana irratti warreen Facebook fayyadamtan profile keessan uffata gaddaa uffachuun akkasumas suura Jaal Battee Urgeessaa dungoo waliin gootanii aantummaa goota sabaaf akka agarsiistan jechuun Qeerroon Bilisummaa Oromoo dhaammataniiru.
