ONM-ABO Ebla 15, 2024
Goota gaafa xiiqii isa dhugaa sabaaf aarsaa ta’e! Seenaan bara baraan si yaadata. Dhalootni gumaa kee baasee kaayyoo ati itti kufteef bilisummaa, walqixxummaa, diimokiraasii fi mirga abbaa biyyummaa milkeessuun alabaa ati jaal’attu Finfinnee keessa ni mirmirsa!
Jaal Battee Urgeessaa
Maatii, firoottan akkasumas uummata Oromoo bal’aaf jajjabina hawwaa xiiqiin akka qabsoo jabeessuun sirna jajjabaa nama keenyaa nyaachaa jiru ofirraa fonqolchitan dhaamna❗️

