• Tue. Nov 24th, 2026

Hidhamtoota ona Gimbii jiran, boru Ebla 18/2024 gara biraa erguu  jedhan – Iddoon isaan geessuuf karoorfatan hin beekkamu

Apr 21, 2024

ONM-ABO Ebla 17, 2024

Gariin leenjii jedha gariin ammoo waraanni PP baastee ajjeesuu feeti yaaddoo jedhuutu jira. Maatiin galgala kana nyaata geesseefii jennaan, akka boru ciree hin fidneef dhorkan. Kanaaf maatiin yaaddoo keessa galanii jiru.

Leave a Reply