DuulaGumaaDhiigaaDhiigaanDeebisuu
ONM-ABO Ebla 18, 2024
Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti fudhatu jabeessee itti fufuun godina baha Wallaggaa aanaa Guutoo Giddaa fi magaalaa Naqamtee gidduu ganda Fayyineerraa Adaamii bakka addaa Carrisee jedhamtutti diina konkolaataa waraanaa Oraalii lamaan deemaa turte irratti waaree booda sa’atii 7:30tti tarkaanfii jabaa fudhateen diina du’aa fi madoo hedduun adabee jira.
Madoo fi reeffa ishee ambulaansiin fe’attee deemte.
Injifannoon Uummata Oromoof!
