ONM-ABO Ebla 20, 2024
Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Lixaa Birgeediin Odaa Kaarraa Cibraan Afaan Qawwee godina Lixa Wallaggaa aanaa Ganjii ganda Somboo bakka addaa Sibuu jedhamutti har’a ganama Ebla 20 tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti fudhateen diina du’aa fi madoon adabuun meeshaalee waraanaa irraa hiikee jira.
Korommiiwwan Lixa Oromiyaa tarkaanfii fudhatan kanaanis qawwee AKM hedduu dugda diinaa irraa hiikuun loltoota PP lama harkaan booji’anii jiru.
Injifannoon Uummata Oromoof ❗️
