ONM-ABO Caamsaa 15,2024
Guyyaa har’aa Caamsaa 15 mooraa waraana faashistii PP keessaa loltuun 1 boombii 4, gumbii 4, rasaasa 150 fi qawwee Turkii 1 qabatee gooticha Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Bahaatti harka kennatee jira.
Mooraa diinaa onsuun itti fufa!
Injifannoon Uummata Oromoof❗️



