Guyyaa har`aa Caamsaa 28, 2024 irraa kaasee WBOn bobbaa waraanaa haaraa, Bobbaa Irbuu Shinniggaa, golee Oromiyaa mara keessaatti eegaleen hundee diinaa raasuu jalqabeera. Itti baha bobbaa kana gadi fageenyaan guyyoota as anaan itti deebina.
Gootota Wareegamtoota keenyaaf. Haqa Ummata keenyaaf. Bilisummaa Saba Keenyaaf.
#Oromia #Ethiopia
